Mark 5:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gara mana bulchaa sanii yennaa geyane, Yesuus namoota caancanuu fi boyaa wiiccifatanu dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra nama gudda mana Waaqa iti kad'atani geennaani, Yesoni biyya lalalaani ch'aarte boote iyitu arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra nama guddaa Mana Waldeennaa kaan geennaan, Yesus huursaa gumii dhagayee laallaan biyya caartee boottee wawaattu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mana bulcha'aa san bira gayan Yesuus namoonni iyya'aa, woca'aa, uduu booyan arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa mana bulcha'aa san bira gayan, Yesuus namoonni iyya'aa, woca'aa, uduu booyan arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara mana itti gaafatamaa bakka woligayii isaanii yeroo gayanitti Yesus, namoonni yoo wocan, yoo booyanii fi yoo iyyan'llee ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara mana bulchaa sanii yennaa geyane, Yesuus namoota caancanuu fi bowaa wiiccifatanu dhagge.