Mark 5:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni mana seenee, “Maaf caancitanee boottan? Intalti rafiisatti jirti malee, hin duune” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana seennaani inni waan worraani jed'e, Isani maafi bootani? Intalti indoone, ammo ufumaa rafti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana seennaan innii warraan, “Isan maaf boottan? Intaltii rafuu jirtti malee hindoonee” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni mana seenee, «Maaf woca'aa boottan? Mucattiin hin rafteerti malee hin duune» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni mana seenee, «Maaf woca'aa boottan? Mucattiin hin rafteerti malee, hin duune» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara keessaa'llee aseenee, «Jeequmssi kun marrinii fi booyichi waayee maali'iitiif? Mucattiin mugiddee jirtti malee hin duune» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mana seenee, «Maaf caancitanee boottan? Intalti rafiisatti jirti malee, hin duune» isaaniin jedhe.