Mark 5:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, akka isaan eennulle'etti hin hinne jabeessee seere. Achiin duuba “Waan nyaattu isi'iif kenna'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni nami tokoleeni waan kana ind'againi jed'e worrati seere.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo akka waan kana namii tokkolleen hindhageene jabeessee warratti seeree, “Waan isiin nyaattu itti kennaa” warraan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere; waan nyaattu akka isi'ii kennan isaanitti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere; waan nyaattullee akka isi'ii kennan itti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu waan kana eennu'llee akka hin beekinneef isaan ajajeeti, «Waan nyaatu kenna'aafii» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, akka isaan eennulle'etti hin hinne jabeessee seere. Achiin duuba «Waan nyaattu isi'iif kenna'a!» jedhe.