Mark 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
iyyee lallabee, “E! Yesuus Ilma Waaqa Ol Aana'aa! Maan na irraa qadda? Ani si kadhadhaa, magannee Waaqaa na hin rakkisin!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qonqo olfud'ate, lalabe waan jed'eeni, Atini maani nara qabda, Yeso, Ilma Waaqa ka gubba jiru? Anini si kad'ad'a, maqa Waaqatiini, na ingaargalchiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
qoonqoo olfudhatee, lallabee, “Atin maan narraa qabda, Yesus ilma Waaqaa guddaa gubbaa jiru? Anin maqaa Waaqaatiin si kadhadhaa, na hingaargalchin” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus! Ilma Rabbii maraa olii! Maal na irraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus, Ilma Rabbii Ol'aana'aa! Maal narraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qoonqqa ol aana'aan'llee iyya'aa, «Ati Ilma Waaqa ol aana'aa yaa Yesus! Ati anaan woliin dhimma maal qabddaa? Maqaa Waaqaatiin si ni kadhadha, yabo'oo ana hin makkaraarsin!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
iyyee lallabee, «E! Yesuus Ilma Waaqa Ol Aana'aa! Maan na irraa qadda? Ani si kadhadhaa, magannee Waaqaa na hin rakkisin!» jedhe.