Mark 5:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaan, “Ati ayyaana hama'a, namicha kana keessaaa bayi!” waan jedheeruuf, inni akkana jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Wonti inni akasi jed'eefi, Yesoni qara jinni sunini, Jinni, namicha kana keesaa bahi jed'e.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
(Wantii innii akkas jedheef, waan Yesus qaraa jinnii suniin, “Jinnii, namicha kana keessaa ba'i” jedheef.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Ayyaana battii! nama kana keessaa bayi» waan isaan jedheeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Ayyaana battii, nama kana keessaa bayi» waan isaan jedheeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee sababaan jedheef, «Ati hafuurri battiin nama kana keessaa bayi!» jedhee, ajajeenii waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaan, «Ati ayyaana hama'a, namicha kana keessaa bayi!» waan jedheeruuf, inni akkana jedhe.