Mark 5:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Maqaan kee eennu?” jedhee isa gaafannaan, inni, “Maqaan kiyya duula; nuuti baca'a” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni waan jed'eeni, Maqaani kanke eennu? Inni waan jed'e, Maqaani kiyya Gumi, nu heddu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Yesus, “Maqaan kee eennu?” jedhee gaafannaan, innii, “Maqaan kiyya Gumii, nu hedduu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee isa gaafate. Inni, «Nu waan heddu taaneef maqaan kiyya duula» jedhee isaa deebise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee isa gaafate. Inni, «Nu heddu waan taaneef maqaan kiyya duula» jedhee isaa deebise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Maqaan kee eennu?» jedhee ni gaafateen, inni'llee, «Baayi'eewwan waan taaneef maqaan kiyya Leegewoon » jechu'uun, ni deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Maqaan keeti eennu?» jedhee isa gaafate. Innille, «Maqaan kiyya duula; nuuti baca'a» jedhee deebise.