Mark 6:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa keessummummaa manatti isin fudhatane, haga qachaa sanii deentanutti manuma san keessa tura'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan worraani jed'e, Hojja mana nama toko olduuddani, arti tataa, haga achi yaataniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee warraan, “Yoo mana namaa tokkoo olduuddan, haga achii yaatanitti artuma turaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee kamittuu gara manaa yoo seentan haga achii baatanitti achuma taa'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee kamittuu gara manaa yoo seentan haga achii baatanitti achuma taa'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka kamittuu, «Gara mana nama tokkoo yeroo aseenittan, haga bakka san gad dhiifittanitti achuma turaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa keessummummaa manatti isin fudhatane, haga qachaa sanii deentanutti manuma san keessa tura'a.