Mark 6:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo qachaa kolbaan isin hin fudhanne yookiin isin hin dhageenne dhaxxane, akka beessisa isaanitti teetu yennaa achii deentanu bukuu miila keessanii dhodhowadha'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla isani ind'ieesine ch'ufa, yokhaani fulla nami iti isani ind'ageenne ch'ufati, awaara miila ira hat'aad'a aka himacha worraa taatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa isan hindhi'eesine cufa, yokaan fulaa namii itti isan hindhageenne cufaatti, awwaara miila keessaan irra haxaadhaa deemaa, akka himachaa warraa taatu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bakka isin hin simannee fi hin dhageeffanne maratti achii yoo baatan ragaa akka isaanitti ta'u daaraa luka keessanii dhadhayadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bakka isin hin simannee fi hin dhageeffanne maratti achii yoo baatan ragaa akka isaanitti ta'u daaraa luka keessanii dhadhayadhaa'a; dhugamaan isiniin jedha guyyaa gaafa murti'ii qachatti tana caalaa biyya Soodomiitii fi Gamoora'aa hin salphata.» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
bakka namoonni isin ufitti isin hin fudhannee fi isin jalaa hin dhageenne marattuu, awwaara miila keessan dhadhayadha'aatii achii baya'aatii deemaa, kun'llee isaaniif ragaa ufi eegganna'aa itti ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo qachaa kolbaan isin hin fudhanne yookiin isin hin dhageenne dhaxxane, akka beessisa isaanitti teetu yennaa achii deentanu bukuu miila keessanii dhodhowadha'a» jedhe.