Mark 6:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre ergantooti deemanee, kolbaan cubbuu irraa akka deebitu himiisa jalqabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri kae yae, Daba iraa deebia jed'e nama barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii ka'e yaa'ee, “Cubbuu irraa deebi'aa” jedhe nama barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee bayanii akka baniin aagii galan lallaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee bayanii akka baniin aagii galan lallaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worri ergaman'llee achii bayanii namoonni marrinuu dhiifamaan gara Waaqaa akka deebi'aniif, ni barsiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ergantooti deemanee, kolbaan cubbuu irraa akka deebitu himiisa jalqabane.