Mark 6:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ayyaanota hamoota hedduu baasanee, worra dhibamaa hedduulle zayitii issanee fayyisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jinni heddule ariani, nama fayyad'abe heddu d'ad'a dibani fayyisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jinnii hedduullee baasanii, nama fayyadhabe hedduu dhadhaa dibanii fayyisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jinnii hedduu baasanii dhukkubsattoota hedduullee sayitii itti diba'aa fayyisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jinnii hedduu baasanii dhukkubsattoota hedduullee Zayitii itti diba'aa fayyisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jinniiwwan baayi'ee'llee ni baasan, namoota baayi'ee'llee zayiitii ejerssaa diba'aa ni fayyisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ayyaanota hamoota hedduu baasanee, worra dhibamaa hedduulle zayitii issanee fayyisane.