Mark 6:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gurri Yesuusii addee maratti waan beekkameeruuf, Heroodisiin mootichi waan isaa dhage'e. Worri gariin, “Yohaannisii cuupha'atti ka'eera; hujiin baasaa tun isaan hujatanti” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan maqaani Yeso fulla ch'ufa gaheefi, hayyu Herodeni waan kana d'agaye. Nami gari waan jed'e, Yohanani ka nama batisu la duisa keesaa kae jed'ani, tanaafi inni waan mama kana tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan maqaan Yesusii fulaa cufa ga'eef, hayyuu Herodis waan kaani dhagaye. Namii garii, “Yoh. aannisiin nama cuuphuu la du'a keessaa ka'e, tanaaf innii waan mamaa kana tolchaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gurri Yesuusii waan dhagayameeruuf mootichi Heroodis waan kana dhagaye. «Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera; kanaafuu baafni kun isaan hojjatama'aara» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gurri Yesuusii waan dhagayameeruuf, mootichi Heroodis waan kana dhagaye. «Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera; kanaafuu baafni kun isaan hojjatama'aara» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gurroon Yesusii mara birattuu waan beekkameef, nugusichi Heerodis waayee isaa ni dhagaye. Namoonni tokko tokko, «Yohaannisiin cuuphaan du'aa ka'ee jira, kanaaf wonitti baasaa kun marrinuu isaan raawwatama» ni jedhan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gurri Yesuusii addee maratti waan beekkameeruuf, Heroodisiin mootichi waan isaa dhage'e. Worri gariin, «Yohaannisii cuupha'atti ka'eera; hujiin baasaa tun isaan hujanti» jedhane.