Mark 6:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri kuun, “Inni Eliyaas” jedhane; kuun ammoo, “Inni raagichuma akka raagota durii ti” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami gari waan jed'e, Inni Eliya. Nami gari waan jed'e, Inni raaga, akuma raaga duri jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo, “Innii Eliyaas” jedhe. Namii garii, “Innii raaga, akkuma raaga durii jiruu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kuuwwan, «Inni Eeliyaasi» jedhan; kuuwwan ammo, «Inni raattota durii keessaa tokko» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri kuuwwan, «Inni Eeliyaasi» jedhan; kuuwwan ammoo, «Inni raattota durii keessaa tokko» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kuunniin'llee, «Eliyaas» jedhan ture, kuunniin'llee, «Nabiyyoota duraanii keessaa akka tokkooti,» ni jedhan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri kuun, «Inni Eliyaas» jedhane; kuun ammoo, «Inni raagichuma akka raagota durii ti» jedhane.