Mark 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
-
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Herodeni duri nama erge, Yohana qabe hid'e, maro Herodia, niiti Filipo, oboleesa isaa, ta Herodeni fuud'eefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Herodis durii waan Herodiyaas, niitii Filiphosii, obbooleessa isaa ta ufii fuudhe jedhee, nama itti ergee, Yoh. annnis qabsiisee hiisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Heroodis haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosii Heroodiyaadaa fuudhee ture; inni isi'iif jedhee itti ergee Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Heroodis haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosii Heroodiyaadaa fuudhee ture; inni isi'iif jedhee itti ergee Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Heerodis haadha worraa obboleessa isaa Filiphosii Hirodiyaadaa waan fuudheef, Yohaannisiin sababa isi'iitiin qabsiisee, mana hidha'aa titti hidheenii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heroodis wosoo ifii Heroodiyaas niitii Filiphoosii fuudheeraayyu. Yohaannis ammoo isaan, «Wosoo teeti fuudhuun seeraa moti!» waan jedheeruuf, inni isii gammachiisu'uuf, Yohaannis qassiisee mana hidha'aatitti hiisise.