Mark 6:18 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Heroodis wosoo ifii Heroodiyaas niitii Filiphoosii fuudheeraayyu. Yohaannis ammoo isaan, “Wosoo teeti fuudhuun seeraa moti!” waan jedheeruuf, inni isii gammachiisu'uuf, Yohaannis qassiisee mana hidha'aatitti hiisise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Yohanani, Aki atini niiti oboleesa keeti fuutu fullaaniti Herodeni jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis ammoo, Herodisiin, “Akkii atin niitii obbooleessa keetii fuutu aadaaniti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan waan Yohaannis Heroodisiin, «Haadha manaa obboleessa keetii fuudhuun seeraa miti» jedha'aanii tureef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaanillee waan Yohaannis Heroodisiin, «Haadha manaa obboleessa keetii fuudhuun seeraa miti» jedha'aanii tureef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis'llee ka hidhame Heerodisiin, «Haadha worraa obboleessa keetii fuudhuun kee sirri'ii miti!» jedheenii, waan tureef.