Mark 6:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
-
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Herodiani guddo Yohana jibbite ijeesu feete. Ammo indad'abde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Herodiyaan guddoo Yoh. aannis haaloo fuutee ijjeesuu feetee, ammoo dadhabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Herodiyaadaan ammo Yohaannisitti gadoo qabattee isa ajjeesu'uuf barbaadde. Haa ta'uu ammo isi'iif hin danda'amne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Herodiyaadaan ammoo Yohaannisitti gadoo qabattee isa ajjeesu'uuf barbaadde. Haata'uu ammoo isi'iif hin danda'amne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Heerodiyaadaan'llee waan kanaan komattee Yohaannisiin ajjeesisu'uuf ni barbaadda ture, garuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heroodiyaas Yohaannisitti haloonfattee, isa ijjeesisiisaaf barbaadde. Yohaannis nama balcha'aa fi woyyuu akka te'e beekee, Heroodis isa sodaatee waan eessisaa tureef, isiin ammoo isa ijjeesiisu'uuf hin dandeenne. Heroodis yennaa dubbii Yohaannisii dhage'e gadhaa lama te'e. Te'ulle inni yennaa hedduu gammadaan isa caqasaa ture.

Recommended Reading