Mark 6:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarree intalti gad baatee, “Maan gaafadha?” jettee haadha ifii gaafatte. Haati ammoo, “Mataa Yohaannisii cuupha'aa” jettee deebiteef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini d'at'e waan haad'aani jette, Anini maani himachu male? Isiini waan jetteeni, Mata Yohana nama batisu kad'ad'u jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin dhaxxee haadhaan, “Anin maan gaafachuu male?” jette. Jennaan isiin, “Mat. aa Yoh. aannis nama cuuphuu gaafadhu” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucattiin baatee haadhaan, «Maal kadhadhuu?» jette; isiinillee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa kadhadhu» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mucattiinille baateeti haadhaan, «Maal kadhadhu?» jette; isiinillee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa kadhadhu» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee gara haadha isi'ii dhaxxee, «Maal haa gaafadhu isi'iin jette, haati'llee, ‹mataan Yohaannisii cuupha'aa haa naaf kennamu› jedhii gaafadhu» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre intalti gad baatee, «Maan gaafadha?» jettee haadha ifii gaafatte. Haati ammoo, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa» jettee deebiteef.
Recommended Reading