Mark 6:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san intalti gara Heroodisii ariifattee deebitee, “Ammuma tana mataa Yohaannisii cuupha'aa qori'itti akka ati anaaf kennitu barbaada” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu isiini hayyuti utaalte waan jette, Mata Yohana nama batisu qori guddo keesa naa kayi, maro tokotu naa kenni jetteeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf isiin yoosuma urichee gara hayyuu deebitee, “Mat. aa Yoh. aannisii nama cuuphuu qorii guddoo keessa naa kaa'ii, ammumaan tana na kenni” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san daddaftee gara mooti'ii seentee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa amma qori'itti akka naa kennitu barbaada» jettee kadhatte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoma san daddaftee gara mooti'ii seentee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa amma qori'itti akka naa kennitu barbaada» jettee kadhatte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Intaltti'llee bakkumatti dadafaan gara nugusichaa deebitee, «Mataan Yohaannisii cuupha'aa qori'iin ta'ee amma akka naa kennamu barbaada» jechu'uun, ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san intalti gara Heroodisii ariifattee deebitee, «Ammuma tana mataa Yohaannisii cuupha'aa qori'itti akka ati naaf kennitu barbaada» jetteen.