Mark 6:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san Heroodis eedduu keessaa lolticha tokko ergee, mataa Yohaannisii akka fiduuf ajaje. Loltichi sun dhaqee mana hidha'aa keessatti mataa Yohaannisii irraa kute.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi hayyuuni askarti erge, Mata Yohana ira kuta, kootaani jed'e. Askartiini deemte, mana hid'aansa d'at'e, mata Yohana kute,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf hayyichii yoosuma warra waraanaa keessaa nama tokko ergee, “Meenii mataa Yoh. aannisii irraa kutii, koottiin” jedhe. Namii waraanaa kaan deemee, mana hidhaansaa dhaqee, mataa Yoh. aannisii mormatti irraa kutee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennama san mootiin worra eegu keessaa loltuu tokko mana hidha'aatitti ergee, mataa Yohaannisii akka fidu ajaje. Inni dhaqee morma isaa muree,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennama san mootiin worra eegu keessaa loltuu tokko mana hidha'aatitti ergee, mataa Yohaannisii akka fidu ajaje. Innillee dhaqee morma isaa muree,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf nugusichi bakkumatti lolttuu eegaa wordiyya'aa keessaa tokko mataa Yohaannisii muree akka fiduuf ni ergeen, Lolttichi'llee gara mana hidha'aa dhaqee mataa Yohaannisii ni mure,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san Heroodis eedduu keessaa lolticha tokko ergee, mataa Yohaannisii akka fiduuf ajaje. Loltichi sun dhaqee mana hidha'aa keessatti mataa Yohaannisii irraa kute.