Mark 6:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa waan kana yennaa dhage'ane reeffa isaa fuudhanee awwaalane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yohana waan kana d'ageennaani deemani, reefa Yohana fuud'ani awaalani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii Yoh. aannis waan kaan dhageennaan deemee, reeffa Yoh. aannisii fuudhee awwaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonnillee dhagayanii dhufanii reeffa isaa fuudhanii awwaalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonnillee dhagayanii dhufanii reeffa isaa fuudhanii awwaalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni Yohaannisii kana yeroo dhagayanitti dhufaniiti, reeffa isaa fudhatanii ni awwaalaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa waan kana yennaa dhage'ane reeffa isaa fuudhanee awwaalane.