Mark 6:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ilma Maariyaami'ii ka muka bocuu motii? Obboleeyyan isaalle Yaaqoob, Yoseef, Yihuda'aa fi Simoon fa'aa motii? Qachaa keenna keessa ammaa tanalle le'anii motii?” jedhanee isa tuffatanee, isa fudhatiisa didane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini ogeesa mukhatiiniti, ilma Mariamu, oboleesa Yakobotiifi Yosafi Yudafi Simoniiniti? Oboleyaani isaa ta dubra arma nu woliini injirtu? jed'ani, isa didani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kunin ogeessa mukatiinitii, ilma Maariyaam, obbooleessa Yaaqoob, Yosees, Yihudaa fi Simooniinitii? Obbooleeyyan isaa ta dubraa arma nu waliin hinjirtuu?” jedhanii isa didan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ogeessa muka bocu; ilma Maariyaamiitii mii? Ilmaan haadhaallee Yaaqoob, Yooseef, Yihuuda'aa fi Simoon fa'aa mii? intallan haadhaallee as nu bira jiranii mii?» jedhanii tuffatanii isa didan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ogeessa muka bocu, ilma Maariyaamiitii mii? Ilmaan haadhaallee Yaaqoob, Yooseef, Yihuuda'aa fi Simoon fa'aa mii? intallan haadhaallee as nu bira jiranii mii?» jedhanii tuffatanii isa didan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssanii'llee, «Haa ta'u malee kun ilma Maariyaamii muka bocaa sanii mitii? Obboleessa Yaaqoobii, Yoosaa, Yihuda'aa fi obboleessa Simooniitii mitii? Obboleetiiwwan isa ka dubaraa'llee worruma asi nu woliin jiranii mitii?» jedha'aa, tuffachu'uun, uduu ufitti hin fudhatiniin, ni hafan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ilma Maariyaami'ii ka muka bocuu motii? Obboleeyyan isaalle Yaaqoob, Yoseef, Yihuda'aa fi Simoon fa'aa motii? Qachaa keenna keessa ammaa tanalle le'anii motii?» jedhanee isa tuffatanee, isa fudhatiisa didane.