Mark 6:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti hedduun ammoo isaan deemaaranuun dhagganee hubatane; worri qachoota mara keessaa dhufane miilaan fiiganee isaaniin dura achi geyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni worra yau jiru arge worra hubate, dira ch'ufa keesaa miilaani oriani, worra durati achiini bahani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hedduun warra yaa'uu jiru argee warra hubatee, dira cufa keessaa miilaan ori'ee, warra duratti achiin ba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hedduu hennaa isaan deeman arganii beekaniin; qachoota maraa keessaa bayanii lukaan fiiga'aa isaan firrisanii achi Isa biratti wol gayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni hedduu hennaa isaan deeman arganii beekanniin; qachoota maraa keessaa bayanii lukaan fiiga'aa isaan firrisanii achi Isa biratti wolgayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee yeroo isaan deemanitti namoonni baayi'een arganii isaan ni beekan, magaalaa maraa'llee bayanii miilaan fiiga'aa isaan durssaniiti, isaa biratti wol ni gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti hedduun ammoo isaan deemaaranuun dhagganee hubatane; worri qachoota mara keessaa dhufane miilaan fiiganee isaaniin dura achi geyane.