Mark 6:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa latti gagalootte barattooti isaa gara isaa dhufanee, “Addeen tun urma, lattille dhiitteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani, jari isaa isati d'ufe waan jed'eeni, Lafti moga, aduleeni ya d'iite,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii galgaloomnaan, jarii isaa isatti dhufee, “Laftii moggaa, aduulleen ya dhiitee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa aduun dhiite darasoonni gara isaa dhiyaatanii bakki gammoojji'i; amma dhiyeeraa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa aduun dhiite darasoonni gara isaa dhiyaatanii bakki gammoojji'ii, amma dhiyeeraa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroon dhiya'aa deemuu isaatiin ergamittoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii akkana ni jedhaniin, «Bakki jirru gammoojji'i, yero'oon'llee dhiiyee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa latti galgalootte barattooti isaa gara isaa dhufanee, «Addeen tun urma, lattille dhiitteerti.