Mark 6:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin tun gara olla'aa fi oorruu as aananuu kana dhaqanee, waan nyaatanu akka bitatanuuf gad lakkisi!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
biyya gadi d'iisi, aka reerafi olla keesa yaani waan nyaatani bitatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
biyya gadi dhiisi, akka reeraa fi ollaa keessa yaa'anii waan nyaatan bitatan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan nyaatan waan hin qabneef gara baadiyya'aa fi olloota naannoo jiranii deemanii waan nyaatan akka bitatan gad isaan dhiisi» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan nyaatan waan hin qabneef gara baadiyya'aa fi olloota naannoo jiranii deemanii waan nyaatan ufiif akka bitatan gad isaan dhiisi» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waan nyaatan hin qabaniit gara baadiyyootaa fi gandoota naannoo jiranii deemanii waan nyaataa akka bitataniif, namoota kanniin haa geegessinuu» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin tun gara olla'aa fi oorruu as aananuu kana dhaqanee, waan nyaatanu akka bitatanuuf gad lakkisi!» jedhane.