Mark 6:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Isin waan nyaatanu isaaniif kenna'a!” jedhe. Isaan ammoo, “Dhandhee mindaa gara woggaa tokkootitti dhikaatuun daabboo binnee isaanii kenninaa ree?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Waan worri nyaatu isaniiyu kennaafi. Worri waan jed'eeni, Yaaneti qit'a shilingi d'ibba afuri binna re, aka worri nyaatu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, “Isaniiyyuu waan warrii nyaatu kennaaf” jedhe. Warrii deebisee, “Yaaneetti qixxaa qarsii damoosa guyyaa dhibba lamaatiin binnaa ree, akka warrii nyaatu?” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo deebisee, «Isinuu waan nyaatan keenna'aafii» isaaniin jedhe. Isaan ammo, «Deemnee dinaara dhibba lamaan xoroshoo binnee isaanii kenninaaree?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo deebisee, «Isiinuu waan nyaatan keenna'aafii» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Deemnee dinaara dhibba lamaan xoroshoo binnee isaanii kenninaaree?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Waan nyaatan isin isaanii kennaa!» jechu'uun ni deebise. Isaan'llee, «Eegaa deeminnee buddeena nyaatan dinaara dhibba lamaan binnee haa kenninuufii ree?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin waan nyaatanu isaaniif kenna'a!» jedhe. Isaan ammoo, «Dhandhee mindaa gara woggaa tokkootitti dhikaatuun daabboo binnee isaanii kenninaa ree?» jedhanee gaafatane.