Mark 6:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jennaan inni, “Daabboo meeqa qaddan? Dhaqa'aatii ilaala'a!” isaaniin jedhe. Isaan meeqa akka teete beekaneen duuba, “Daabboo xaltaa lama” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Isani qit'a hagami qabdani? Me, beena, ilaala. Ilaallaani waan jed'ani, Qit'a shanifi qurt'umi lama qamna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Isan qixxaa hagam qabdan? Me beenaa, ilaalaa” jedhe. Laallaan, “Qixxaa shanii fi qurxummii lama qamna” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Xoroshoo meeqa qabdan? Mee dhaqa'aa laalaa'a» jedheen. Isaanillee haga laalaniin maayii, «Xoroshoo shanii fi qurxummii lama» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Xoroshoo meeqa qabdan? Mee dhaqa'aa laalaa'a» jedheen. Isaanillee haga laalaniin maayii, «Xoroshoo shanii fi qurxummii lama» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Buddeena meeqa qabdan? Mee deema'aatii laalaa» isaaniin jedhe, laalanii'llee, «Buddeenni shanii fi qurxummiin lamaa ni jira» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jennaan inni, «Daabboo meeqa qaddan? Dhaqa'aatii ilaala'a!» isaaniin jedhe. Isaan meeqa akka teete beekaneen duuba, «Daabboo xaltaa lama» jedhaneen.