Mark 6:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus akka isaan namoota maraa cinna cinnaan marra bisilee irra teessisanu barattoota ifiititti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni biyya gargari qoqoode, Buuyo dooti gubba tataa jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus biyya gargarii qoqoodee, “Buuyyoo dotii gubbaa tataa'aa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akka isaan namoota maraa tuuta tuutaan marga lalisaa irra teessisan ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akka isaan namoota maraa tuuta tuutaan marga lalisaa irra teessisan ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee ummata garee gare'een isaan qoodeeti, raasaa marga lalisa'aa irra akka isaan teesisaniif, barattoota isaa ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus akka isaan namoota maraa cinna cinnaan marra bisilee irra teessisanu barattoota ifiititti hime.