Mark 6:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Raagaan tokko, addee dhibi'itti malee, biyya ifii, firoottan ifiitii fi maatii ifii keessatti ulfinna hin qabu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Raagi fulla ch'ufati guddinna qaba, lafa ufitiifi fiit'a ufitiifi worra ufi keesati male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Raagii lafa ufii, fiixaa ufiitii fi warra ufii keessatti malee, fulaa cufaatti ulfinna qaba” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Raanni tokko biyya biraatitti malee biyya ufii, fira ufiitii fi mana ufiititti hin kabajjamu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufii, fira ufiitii fi mana ufiititti hin kabajjamu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Nabiyyiin kaaniin biratti ni kabajama, biyya isaa titti, firoota isaatii fi maatii isaa jiddu'uutti garuu ni tuffatama» jechu'uun, isaanii ni deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Raagaan tokko, addee dhibi'itti malee, biyya ifii, firoottan ifiitii fi maatii ifii keessatti ulfinna hin qabu» isaaniin jedhe.