Mark 6:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaanille cinna dhibba dhibbaan, shantama shantamaan tee'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani biyyiti teteete, fulla gari d'ibbaani, fulla gari shantama shantamaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan biyyitii, fulaa garii dhibbaan, fulaa garii shantama shantamaan teteette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan tuuta dhibba dhibbaa fi shantama shantama ta'anii tataa'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee tuuta dhibba dhibbaa fi shantama shantama ta'anii tataa'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ummanni dhibbaa fi shantamaan qoodamee, gare'een ni taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille cinna dhibba dhibbaan, shantama shantamaan tee'ane.