Mark 6:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san, Yesuus adoo kolbaa ifi irraa geegessiisatti jiruu, barattooti isaa hoboloo yaabanee isaan dura abbaaya'aan gama gara Betsayida'aa akka deebi'anee bu'anu tolche.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni Yesoni ato gumi ufiraa galchu, waan Jara isaatiini jed'e beena hobolo duuda na dura gama galaana gara dira Bethsaida taaka.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoma sun Yesus adoo gumii ufirraa galchuu, jara isaatiin, “Beenaa, hoboloo duudaa na dura gama galaanaa gara dira Betsayidaa taakkaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoosuu uduu Yesuus banii geegessa'aaru darasoonni yabala keessa seenanii gara Beetasaayida'aa firrisanii akka lufan isaan ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoosuu uduu Yesuus banii geegessa'aaru darasoonni yabala keessa seenanii gara Beetasayida'aa firrisanii akka lufan isaan ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus bakkumatti ummata geegessa'aa uduu jiru barattoonni isaa hoboloo yaabatanii gara gamaa, gara Beetsayida'aa ce'anii akka isa durssan, isaan ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san, Yesuus adoo kolbaa ifi irraa geegessiisatti jiruu, barattooti isaa hoboloo yaabanee isaan dura abbaaya'aan gama gara Betsayida'aa akka deebi'anee bu'anu tolche.