Mark 6:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni kolbaa saniin nageyatti jedheen duuba daadimatiisaaf gara gaaraa ol baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni eegi nagayati biyyaani jed'e d'aqe gaara kore Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii biyyaan nagaatti jedhe ufii dhaqee gaara koree Waaqaa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga isaan uf irraa geegesseen maayii faateffachu'uuf gara gaaraa ol baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga isaan ufirraa geegesseen maayii faateeffachu'uuf gara gaaraa ol baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti isaan biraa fooyamee kadhachu'uuf gara gaaraa ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa saniin nageyatti jedheen duuba daadimatiisaaf gara gaaraa ol baye.