Mark 6:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa galgalaalle inni qofuu achi jiraayyu; hoboloon ammoo odduu abbaaya'aa jirt.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti dukanoomnaani, ka hobolooni jiddu galaana deemtu, inni koba lafa godduti hafe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii dukkanoomnaan, ka hoboloon jidduu galaanaa deemtuu, innii kophaa lafa godduutti hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa aduun dhiite Yaballi sun galaana wodhakkaa uduu jirtu inni hojja ufii lafa irra ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa aduun dhiite Yaballi sun galaana wodhakkaa uduu jirtu, inni hojja ufii lafa irra ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo dhiyetti'llee hoboloon garba ciisaa jidduu ni jirtti turtte, inni garuu adduma isaa arddii irra ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa galgalaalle inni qofuu achi jiraayyu; hoboloon ammoo odduu abbaaya'aa jirti.