Mark 6:49 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus bisaan gubbaa ideemuun barattooti yennaa dhaggane, ekeraa seyanee iyyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri ekhera sehe iye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo ekeraa sehee iyye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo uduu inni galaana irra deemu arganii ekeraa isa seeyanii iyyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo uduu inni galaana irra deemu arganii, ekeraa isa seeyanii iyyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu isaan garba ciisaa irra tarkaanfata'aa yeroo deemu arganiinii, sawaala isaanitti fakkaatee ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus bisaan gubbaa ideemuun barattooti yennaa dhaggane, ekeraa seyanee iyyane.