Mark 6:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni hoboloo isaanii yaabee jennaan, bubbeen cadhitte. Barattooti akka malee baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hobolo worra seennaani, bubbeeni ch'allifte. Worri aka taka inargiini maadefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii hoboloo warraa seennaan, bubbeen callifte. Warrii akka takka hinargin maadeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara isaanii Yabalatti ol baye; bubbeenillee gab jedhe. Isaanillee guddisanii maalalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee gara isaanii Yabalatti ol baye, bubbeenillee gab jedhe. Isaanillee guddisanii maalalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara hoboloo irra'llee bayee isaan woliin yeroo ta'etti bubbeen ni dhaabatte, barattoonni isaa'llee haalaan ni baaseffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hoboloo isaanii yaabee jennaan, bubbeen cadhitte. Barattooti akka malee baaseffatane.