Mark 6:52 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qalbiin isaanii waan duuddeertuuf, isaan baasa inni daabbo'oon hojjateeyyuu hubatuu hin dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi dubbini worraa ingalle, worri waan qit'ale inhubanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mat. aan warraa waan duudeef akkii mamaa ka innii qixxaa suniin hojjate haga ammaa warraa hingale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan qalbiin isaanii waan duudeeruuf isaan baasa xorosho'oo san hin hubanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaanille qalbiin isaanii waan duudeeruuf isaan baasa xorosho'oo san hin hubanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, onneen isaanii hadooddee, baasa buddeenaa uduu hin hubatin hafaniiti malee, wonitti kun isaan hin baaseffachiisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qalbiin isaanii waan duuddeertuuf, isaan baasa inni daabbo'oon hojjateeyyuu hubatuu hin dandeenne.