Mark 6:54 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma isaan hoboloo keessaa bayaneen, kolbaan Yesuus akka te'e beette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hobolo keesaa buunaani, biyyiti maro tokotu Yeso hubatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma isaan hoboloo keessaa bu'aniin, biyyitii akka Yesus ta'e hubatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yabala keessaa hennaa bayan yoosuu akka inni Yesuusiin ta'e beekanii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yabala keessaa hennaa bayan yoosuu akka inni Yesuusiin ta'e beekanii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hoboloo irraa'llee akkuma bu'aniin bakkumatti, namoonni Yesusiin ni beekaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma isaan hoboloo keessaa bayaneen, kolbaan Yesuus akka te'e beette.