Mark 6:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni ergantoota kudhanii lamaan gara ifii waamee ayyaanota hamoota irratti baallii isaaniif kennee, lamaan lamaaniin isaan erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara kud'ani lama wolti yaame, lama lamaani erge, humna jinni hamtuuni dabsatani iti kenne
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jara kudhanii lamaan walti yaamee, humna jinnii hamtuun dabsatan itti kennee lama lamaan erge,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii inni darasoota kudha lamman gara ufii waamee, ayyaannan battii irratti baallii kenneefii, lama lama godhee isaan erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii inni darasoota kudha lamman gara ufii waamee, ayyaannan battii irratti baallii kenneefii, lama lama godhee isaan erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kudha lamaanuu gara isaa waamee lama lama taasisee isaan ni erige, Hafuurota battiiwwan irratti'llee aangoo isaaniif ni kenne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni ergantoota kudhanii lamaan gara ifii waamee ayyaanota hamoota irratti baallii isaaniif kennee, lamaan lamaaniin isaan erge.