Mark 6:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “Ideemiisa kara'aatiif ulee malee, galaa, subba, beesee marxo'otti, waan tokkolle hin qabatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Imaltu teesani keesa, ule male, woma tokole infud'atiina: qit'afi subba beese iti kad'ataniifi beesele infud'atiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Imaltuu teessan keessa, ulee malee, homa tokkollee hinfudhatinaa, qixxaa fi subba, beeseellee hinfudhatinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Imala keessaniif ulee malee, xoroshoo fi korojoo akka hin qabanne, birriillee sabbatatti akka hin guduunfanne isaan ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Imala keessaniif ulee malee, xoroshoo fi korojoo akka hin qabanne, birriillee sabbatatti akka hin guduunfanne isaan ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa isaaniitiif ulee malee buddeena ta'ee qaraaciitii, qarshii'llee sabata isaanii titti akka hin qabanneef isaan ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Ideemiisa kara'aatiif ulee malee, galaa, subba, beesee marxo'otti, waan tokkolle hin qabatina'a.