Mark 6:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kophee keyadha'a; woyaa uffatane malee ta dhibii hin qabatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kope salala keyad'a, ammo ubaara lamale inkeyatina jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kophee salalaa keeyyadhaa, ammoo ubbaara lamaallee hinkeeyyatinaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Luka teessanitti kophee godhadhaa'a; uffata uffattan malee ka biraa hin qabatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Luka teessanitti kophee godhadhaa'a, uffata uffattan malee ka biraa hin qabatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Miila keessantti'llee kophee godhadhaa malee, kittama'llee jala hin uffatinaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kophee keyadha'a; woyaa uffatane malee ta dhibii hin qabatina'a.