Mark 7:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen, ‘Haadhaa fi abbaa keeti ulfeessi!’, ‘Abbaa ifiitii fi haadha ifii ka abaaru ijjeefamuu ti’ jedhee ajajeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'e, Abbeetiifi haateti saalfad'u, nama abbaafi haad'aani dubbi hamtu jed'u ha ijeesani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Museen, ‘Haatetii abbeetii saalfadhu, nama haadaa abbaan dubbii hamtuu jedhu ha ijjeesanii’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen, ‹Haadhaa fi abbaa kee kabajji! Ka haadhaa fi abbaa ufii abaaru haa ajjeefamuu› jedhee ajajee waan tureef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseen, ‹Haadhaa fi abbaa kee kabajji!›, ‹Haadhaa fi abbaa ufii ka abaaru haa ajjeefamuu› jedhee ajajeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Museen, ‹abba'aa fi haadha kee kabaji, akkuma kana abbaa isaa yookiin haadha isaa irratti waan hamaa naminni dubbatu, du'aan ni adabama› jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen, ‹Haadhaa fi abbaa keeti ulfeessi!›, ‹Abbaa ifiitii fi haadha ifii ka abaaru ijjeefamuu ti› jedhee ajajeera.