Mark 7:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ammoo nami abba'aa fi haadha ifii gargaaru'uuf male tokko, isaaniin, wonni silaa isiniif kennu, ‘Qurbaana te'eera’ akkas jechuun Waaqaf kennameera yoo jedhe,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani waan jettani, Yo nami abbaafi haad'a isatiini, Waan isani sila nara argattani Korbani jed'e (akasi jechaani Waaqaa kennani jecha),
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo, ‘Namii yo haadhaa abbaa isaatiin, wanni isan silaa narraa argattan, “Qurbaana” ’ (Akkas jechuun Waaqaa kennan jechuu).
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo namni tokko haadhaan yookaan abba'aan ‹gargaarsa na irraa argattan maraa kennaa godhee kenneera› uduu isaaniin jedhee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo namni tokko haadhaa fi abbaa ufiitiin, ‹Wonti isinii kennuu na barbaachisu, Rabbiif kennameera› yoo jedhe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu akkana jettan, ‹naminni tokko abbaa isaa yookiin haadha isaa gargaaruu irra, abbaa fi haadha isaatiif raawwachuu waan qabu maraa, kennaa Waaqaaf dhiyeesse› yoo isiniin jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo nami abba'aa fi haadha ifii gargaaru'uuf male tokko, isaaniin, wonni silaa isiniif kennu, ‹Qurbaana te'eera› akkas jechuun Waaqaaf kennameera yoo jedhe,