Mark 7:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
duuba inni deebi'ee abbaa ifiitii fi haadha ifiitiif waan tokkolle akka godhuuf hin eeyyantanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba isani iti deebitani, aka inni abbaafi haad'a ufi qarqaaru ee injettani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba isan itti deebitanii, akka innii haadhaa abbaa ufii qarqaaru ee'ee hinjettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin namni kun asiin maayessa haadhaaf ta'ee'e abba'aaf, woma tokkollee akka isaaniif godhu hin hayyamtaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii haadhaa fi abbaa ufiitiif waan tokkollee akka godhu hin hoffolchitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
abba'aa fi haadha isaa gargaaruu irraa bilisa isa ni taasfittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
duuba inni deebi'ee abbaa ifiitii fi haadha ifiitiif waan tokkolle akka godhuuf hin eeyyantanu.