Mark 7:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Aadaa teessan ta wol wolitti daddabarsitane hordofu'uuf jecha Waaqaa lakkittane. Isin waan hedduulle ta tana fakkaattu tolchitan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani akasi dubbi Waaqa maro aada teesanitiifi lakiftani, ammalle waan akana kana heddu tolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan akkas dubbii Waaqaa marroo aadaa teessanitii fi lakkiftan, ammallee waan akkanaa kana hedduu tolchitan” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma waan kanniin fakkaatu waan heddu gootan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif, dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma kanniin ka fakkaatu waan heddu gootan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haala kanaan'llee aadaa keessan eegu'uuf jettanii, dubbii Waaqaa ni diigiddan. Akkuma kana wonittoota kana fakkaatan waan baayi'ee ni raawwattan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aadaa teessan ta wol wolitti daddabarsitane hordofu'uuf jecha Waaqaa lakkittane. Isin waan hedduulle ta tana fakkaattu tolchitan» isaaniin jedhe.