Mark 7:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammaalle Yesuus gumii gara ifii waamee, “Isin martinuu waan ani jedhu caqasa'aatii hubadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni gumi ufiti yaame waan jed'eeni, Isani ch'ufti na ch'aqasa, dubbi tiyya hubad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus gumii ufii yaamee, “Isan cuftii na caqasaa, dubbii tiyya hubadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma baniillee waamee, «Isin martinuu na dhageeffadhaa'a; qalbeeffadhalle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma baniillee waamee, «Isin martinuu na dhageeffadhaa'a; qalbeeffadhalle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata'llee irra deebi'ee gara isaa waamee, akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Isin marri keessanuu hubanna'aan ana dhageeffadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammaalle Yesuus gumii gara ifii waamee, «Isin martinuu waan ani jedhu caqasa'aatii hubadha'a!