Mark 7:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni alaa gara afaan namaa seenu tokkolle nama hin batteessu; wonni afaan namaa keessaa bawu ammoo nama batteessa. [
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti ala nama seena ka nama t'ureesa injirtu, ammo waan nama keesa bahati nama t'ureesa. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii alaa nama seenaa ka nama xureessaa hinjirtu, waan yaada garaa namaa keessaa baatti ammoo nama xureessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti nama batteessu waan keessa namaatii bayu malee, ka diidaa gara gara'aa seenu tokkollee nama hin batteessu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti nama batteessu waan keessa namaatii bayu malee, ka diidaa gara gara'aa seenu tokkollee nama hin batteessu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama ka batteessu waan namaa keessaa bayu malee, wonitti gara alaatii gara namaa aseenuu hin batteessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni alaa gara afaan namaa seenu tokkolle nama hin batteessu; wonni afaan namaa keessaa bawu ammoo nama batteessa. [