Mark 7:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Yesuus gumii dhiisee gara manaa seene, barattooti isaa akka inni mammaassa kana hiiku isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni biyya lakise mana seene jennaani jari isaa waan mammaasa suni isa gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii biyya lakkisee mana seenee jennaan jarii isaa waan mammaassa sunii isa gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii keessaa gara manaa hennaa seene darasoonni isaa waan mammaaka sanii isa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Banii keessaa gara manaa hennaa seene darasoonni isaa waan mammaaka sanii isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus ummata dhiisee gara manaa yeroo aseenetti, barattoonni isaa waayee fakkeennaa ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Yesuus gumii dhiisee gara manaa seene, barattooti isaa akka inni mammaassa kana hiiku isa gaafatane.