Mark 7:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo, “Isinille akkuma worra kaanii adoo hin hubatin jirtanii? Wonni alaa gara gadhaa namaa galu maraa nama batteessiisa akka hin dandeenne isin hin hubattanuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Isanileeni imid'aafanne? Isani inargitani, aka wonti ala nama seena dandeete nama int'ureesine,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, “Akka wantii alaa nama seenaa dandeettee nama hinxureessine, isaniilleen hinmidhaaffannee? Isan hinargitanii ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana isaaniin jedhe, «Isinillee kana maraa worra hin qalbeeffannee? ka diidaa gara afaanii seenu sirimaa akka nama hin batteessine hin argitanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni, «Isinillee kana maraa worra hin qalbeeffannee? diidaa gara afaanii ka seenu sirimaa akka nama hin batteessine hin argitanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Isin'llee ammoo kana hin hubattan moo? Gara alaatii nama keessaa wonitti aseenu womaayyuu nama akka hin batteessineen, isiniif hin galuu ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo, «Isinille akkuma worra kaanii adoo hin hubatin jirtanii? Wonni alaa gara gadhaa namaa galu maraa nama batteessiisa akka hin dandeenne isin hin hubattanuu?