Mark 7:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sagaleen gara qalbii namaa hin seentu; gara gadhaa namaa seentee nafa keessaa baati” isaaniin jedhe. Tana jechu'uun sagaleen martinuu nyaataaf qullittii akka teete beessise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maro qalbi isaa inseenne, ammo gaara isaa seente keesa baatuufi. (Jecha kanaani Yesoni aka sagaleeni ch'ufti qulqullo garsiise.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo qalbii isaa hinseentuu, ammoo garaa isaa seentee keessaa baatuuf” jedhe. (Jecha kanaan Yesus akka sagaleen cuftii qulqulloo garsiise.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara gara'aa seenee gara diidaa baya malee, gara qalbi'ii hin seenu» Yesuus akkana jechu'uun nyaanni martinuu qulqulluu akka ta'e ibse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara gara'aa seenee gara diidaa baya malee, gara qalbi'ii hin seenu» isaaniin jedhe. Yesuus akkana jechu'uun nyaanni martinuu qulqulluu akka ta'e ibse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara garaa'aatiin dabrree gara alaa titti baya malee, gara onne'ee hin deemu.» Kanaan'llee Yesus nyaanni marrinuu qulqulluu ta'uu, ni ibise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagaleen gara qalbii namaa hin seentu; gara gadhaa namaa seentee nafa keessaa baati» isaaniin jedhe. Tana jechu'uun sagaleen martinuu nyaataaf qullittii akka teete beessise.