Mark 7:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti Yesuusii gariin, akka seera isaaniititti, harka dhiqachu'uun adoo ifi hin qulleessin harka xuri'iitiin sagalee nyaatanuun dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka jari isaa ka gari, ato harka ind'iqatiini yokhaani t'uri qabanu sagale nyaatani arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii akka jarii isaa ka garii, adoo harka hindhiqatin yokaan xurii qabanuu sagalee nyaatan arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoota isaa keessaa gariin uduu hin dhiqanne harka xuri'iitiin uduu xoroshoo nyaatan argan;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota isaa keessaa gari gariin uduu hin dhiqanne harka xuri'iitiin xoroshoo uduu nyaatan arganii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoota Yesusii keessaa tokko tokkoon isaanii harka seeraan hin qulquleefamin jechuun harka hin miicaminiin, buddeena yoo nyaatan isaan ni argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti Yesuusii gariin, akka seera isaaniititti, harka dhiqachu'uun adoo ifi hin qulleessin harka xuri'iitiin sagalee nyaatanuun dhaggane.