Mark 7:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Waan qalbii namaa keessaa bawutti nama batteessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Waan nama keesaa bahati nama t'ureesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammallee, “Waan nama keessaa baatti nama xureesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus itti aansee akkana jedhe, «Waan garaa namaa keessaa bayutu nama batteessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus itti aansee akkana jedhe: «Waan garaa namaa keessaa bayutu nama batteessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee akkana ni jedhe, «Nama ka batteessan, wonittoota onnee namaa keessaa bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Waan qalbii namaa keessaa bawutti nama batteessa.