Mark 7:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni qalbii namaa keessaa bawu: yaada hamaa, sagaagaluu, hatuu, ijjeesuu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi heregi hamaani nama keesaa baha, yokhaani garaa nama keesaa baha: ch'abanoomafa, hannafa, ijeechafa, d'iirafi nad'eeni wolbarachafa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif herregii hamaan garaa namaa keessaa ba'a, cabanummaafaa, hannafaa, ijeechafaa, dhiiraa fi nadheen walbarachafaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti garaa namaa keessaa bayu yaada hamaa, seebaruu, hanna, ajjeesuu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti garaa namaa keessaa bawu: Yaada hamaa, seebaruu, hanna, ajjeesuu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, yaada hamaa, sagaagalaa, hanna, nama ajjeesuu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni qalbii namaa keessaa bawu: yaada hamaa, sagaagaluu, hatuu, ijjeesuu,